Fayyaa Qorichi hordoffii dhibee sukkaaraa gosa 2‘f oolu ifoome Ayana Dheressa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Nyaataa fi Qorichaa Ameerikaa qoricha haaraa hordoffii dhibee sukkaaraa gosa 2‘f oolu “Tirzpaataayizid” jedhamu ifoomsuun raggaasisuu…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 300 waliif… Ayana Dheressa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Bankiin Addunyaa Ityoophiyaatti bakkeewwan waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 300 taasisuuf Ministeera…
Oduu biyya keessaa Barii har’aa golgamni addeessaa gariiniin mul’achuu Inistiityuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oo… Ayana Dheressa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Barii har’aa golgamni addeessaa gariiniin mul’achuu Inistiityuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oo Ispaashaal beeksiseera. Yuunvarsiitiin Samaraa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Dhimma Alaa FDRI Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filatamuu… Ayana Dheressa May 16, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa FDRI Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta'uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarseera. Filannoo…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projektoonni ijaarsarra jiran ariitiin akka xumuraman yaadachiise Ayana Dheressa May 13, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa projektoonni buleeyyii fi haaraan ijaarsarra jiran barri baajataa 2014 osoo hin xumuramiin dura akka xumuraman…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan 10 ittaananitti Kutaalee Lixaa fi Kibba Lixa biyyattiitti roobni fooyya’aan jiraachuu… Ayana Dheressa May 13, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Guyyoottan 10 ittaananitti Kutaalee Lixaa fi Kibba Lixa biyyattiitti roobni fooyya’aan jiraachuu Instiitiyuutiin Raaga Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Aganyahu Tashaagar Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa Gaanfa Afrikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa May 13, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa Gaanfa Afrikaa Dooktar Aneet Weebar waliin…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni magaalaa Aggaaroo haleellaa amantaa da’eeffachuun raawwatamuuf ture fashaleessan Ayana Dheressa May 13, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Aggaaroo bulchiinsaa fi qaamolee seeraa magaalichaa waliin ta’uun haleellaa amantaa da’eeffachuun raawwatamuuf ture fashaleessuu…
Oduu biyya keessaa Daballii gatii boba’aa sababeeffachuun taarifa konkolaattota qaxxaamura biyyaarratti fooyya’iinsi… Ayana Dheressa May 13, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Daballii gatii boba’aa sababeeffachuun taarifa konkolaattota tajaajila geejjiba uummataa qaxxaamura biyyaarratti fooyya’iinsi taasifamuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti proojektiin jireenya horsiisee bultootaa fooyyessuuf hojjetamaa jiru bu’aa… Ayana Dheressa May 13, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bakkeewwan gammoojjiitti proojektiin jireenya horsiisee bultootaa fooyyessuuf hojjetamaa jiru bu’aa qabeessa ta’uu Biiroon Jallisii fi…