Obbo Ahimad Shiideen hoggantuu dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa Saamaantaa Paawor waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen hoggantuu dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa/USAID Saamaantaa Paawor waliin dhimmoota deeggarsa diinagdee…