Hoggantoonni Biiroolee Barnootaa naannolee barattoota weerara ABUTiin qe’ee isaaniirraa buqqa’aniif…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Biiroolee Barnootaa naannolee Oromiyaa, Amaaraa fi Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee barattoota sababa weerara garee shororkeessaa ABUTiin…