Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee fandii sochootuu Birrii miiliyoona dhibba 5 eeyyame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee dhiyeessii oomishaalee bu’uuraa fi gabaa tasgabbeessuuf liqii kanaan dura taasise dabalataan fandii sochootuu…