Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban Ayana Dheressa Jul 11, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban. Pireezidaanti Taayyeen hojjettoota Waajjira isaanii waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti manneen jireenyaa kumni 55 ol ijaaramuun dabarfamaniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Jul 11, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti bara baajataa 2017’tti manneen jireenyaa kumni 55 fi 729 ijaaramuun dabarfamaniiru jedhan Kantiibaan Magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Dameen Hariiroo Uummataafi Kominikeeshinii tokkummaan sabdaneessaa akka cimuuuf hojjeteera- Dooktar… Ayana Dheressa Jul 11, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Dameen Hariiroo Uummataafi Kominikeeshinii tokkummaan sabdaneessaa akka cimuuf hojjeteera jedhan Hogganaan Damee Uummataafi Hariiroo Idil-addunyaa…
Ispoortii Gincii 1 – 0 Haraa Ayana Dheressa Jul 11, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Ginciin Magaalaa Haraa injifate. Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajiloota 347 diijitaalessuun komiiwwan hir’isuun danda’ameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Jul 11, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti tajaajiloota 347 diijitaalessuun komiiwwan hir’isuun danda’ameera jedhan Kantiibaan bulchiinsa magaalichaa Adaanech…
Ispoortii Mahaammad Quddus Tootenhaamiif mallatteesse Ayana Dheressa Jul 11, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Tootenhaam Hootispar lammii Gaanaa Weestihaam Yunaayitid irraa Mahammad Quddusiin mallatteessifachuu beeksise. Kilabiin Kaaba Landan Tootenhaam…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Jul 11, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2017( FMC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan gabaasa raawwii karoora bara baajataa 2017 fi…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Sulultaatti Piroojektoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman eebbifaman Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulutaatti pirojektoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaraman guyyaa har’aa eebbifamaniiru. Sirna…
Oduu biyya keessaa Wallagga Bahaatti eeggattummaa hambisuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Buusaan Gonofaa Oromiyaa Dameen Godina Wallagga Bahaa godinichatti eeggattummaa hambisuuf hojjetamaa jira jedhe. Buusaa Gonofaa Oromiyaa Dameen…
Ispoortii Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo murtaa’e Ayana Dheressa Jul 9, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Leenjisaa duraanii Riyaal Maadriiid Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo itti murtaa’eera. Kaarloo Anchilootiin gochaa gibira waliin…