Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu ijaarsa biyyaafi dhalootaa Sadarkaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Konfiransichi Biiroo Bulchiinsa…