Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa gaggeeffame Debela Tadesse Jul 28, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Yaa'iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffame. Yaa'icharratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhaamaan,…
Fayyaa To’annoo Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuu keessatti hawaasni akka tumsu waamichi dhiyaate Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nageenyummaa qorichaa mirkaneessuuf to’annoo gaggeeffamu keessatti hawaasni akka tumsu Abbaan Taayita Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa waamicha…
Oduu biyya keessaa Waa’ee Malkaa Qunxurree Kana Beektuu Laata? Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Malkaan Qunxurree, Finfinneerraa gara Kibbaa km 50 Sulula Laga Awaash ol’aanu keessa, Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaa keessatti argama.…
Oduu biyya keessaa Filmaatawwanii fi carraalee damee geejjibaa fi loojistiksiirratti mari’atame Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamu simeen garee Dhabbata Faayinaansii fi Daldalaa Idil Addunyaa waliin filmaatawwanii fi…
Oduu biyya keessaa Malkaa Qunxurreen UNESCO’tti galmaa’e Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nannawaan Hambaa lafee dhala namaa Malkaa Qunxurreen Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmaa’e. Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoonaa 1.4’rra ruuziin facaafameera-BQO Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaaraa miiliyoona 1.4 irra Ruuziin facaafamuu Biirroon Qonnaa Oromiyaa Beeksise. Godina Jimmaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa hunda hirmaachisuun akka gaggeeffamu tattaaffiin taasifamaa jira-Pirof. Masfiin… Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Mariin Biyyaalessaa kutaalee hawaasaa hunda walqixa haala hirmaachiseen akka gaggeeffamuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Komishiniin Mariin…
Oduu biyya keessaa Baajanni Naannichaa bara 2017 Birrii Biiliyoona 6 ta’uun ragga’e Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Manni Maree Naannoo Gaambeellaa baajata bara 2017 Birrii Biiliyoona 6.4 raggaasise. Baajaata raggaa’e keessaa Birri biiliyoona 2.9 galii naannichaan…
Oduu biyya keessaa Sirni badhaasaa Pireezidaanshaalii Naanoo Oromiyaa gaggeeffame Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Sirni Badhaasa Pireezidaanshaalii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan argamanitti gaggeeffameera.…
Fayyaa Tajaajila tola ooltummaa damee fayyaan lammiilee miiliyoona 2’f tajaajilli bilisaa ni kennama-MF Debela Tadesse Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti tajaajila tola ooltummaa damee fayyaa Gannaa baatii lamaaf turuun, lammiilee miiliyoona 2’f tajaajilli bilisaa kan kennamu ta’uu…