Kanaadaatti balaan ibiddaa mudate Magaalaa Jaasper gariin mancaase
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Kanaadaatti balaa ibiddaa mudateen magaalaa tuuristootaa kan taatee Magaalaa Jaasper walakkaa ol mancaasuun ibsame.
Magaalaa Jaasparii fi gaarreen…