Aanaa Maannaatti balaa tiraafikaan lubbuu namaa fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Godina Jimmaa Aanaa Maannaa iddoo Addaa Malkaa Mannaa jedhamutti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 battalumatti yoo darbu namoota sadi irra…