Abbaa Warraa fi Haadha Warraa Yuunivarsiitii tokkorraa Dooktireetiin eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Dooktar Daani’eel Waldamikaa’eel (Abbaa Warraa) fi Dooktar Hibiret Damissee (Haadha Warraa) Yuunivarsiistii Hawaasaarraa Digirii 3ffaan eebbifamaniiru.…