Oromiyaatti Pirojektoonni kuma 20 ol Birrii Biiliyoona 79’n ijaaraman xumuramaniiru-Obbo Awwaluu…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni kuma 20 ol Birrii Biiliyoona 79’n ijaaraman xumuramuu Pireezidaantiin Ittaanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…