Oduu biyya keessaa USAID Itiyoophiyaaf deggarsa Doolaara miiliyoona 60 taasise Debela Tadesse Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)-Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa (USAID) deeggarsa Doolaara miiliyoona 60 Itiyoophiyaaf taasise. Deeggarsi kunis sagantaa dandamannaa “Feed the future…
Oduu biyya keessaa Ambootti balaa ibiddaan qabeenyi Birrii miiliyoona 3.6 oliitti tilmaamamu manca’e Debela Tadesse Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)- Magaalaa Ambootti balaa ibiiddaa mudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 3.6oliitti tilmaamamu manca’uun ibsame. Balichis manneen daldalaa Magaalicha Ganda…
Oduu biyya keessaa Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa Koorporeeshinicha waliin muxannoo waljijjire Debela Tadesse Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)-Zooniin Dinaagdee Adda Gadaa Korpooreshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii waliin muxannoo waljijjire. Korpooreshinii Paarkii Indaastiriiwwanitti fi…
Oduu biyya keessaa Koomishinii Marii Biyyaalessaaf deeggarsi konkolaattota 12 taasifame Debela Tadesse Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC)-Koomishiniin Mari Biyyaalessaa adeemsa marii biyyaalessaa gaggeessaa jiru tumsuuf Mootummaan Jaapaan deeggarsa konkolaattota 12 taasiseera. Marii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Ambaasaaddar Asmaamawu Qalamuu Boqotan Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Guddina damee odeeffannoo fi nageenyaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan bahatan Dooktar Ambaasaddar Asmaamawu Qalamuu Addunyaa kanarraa du’aan…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin Misoomaa fi Nageenyaa Godina Arsiitti gaggeeffame Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Koonfiraansiin misoomaa fi nageenyaa bakka buutota hawaasaa Aanalee Godina Arsii shanii fi magaalota Godinicha hirmaachise Magaalaa Itayyaatti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Keellaa Fayyaa 250 Birrii biiliyoona 3’n sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jirra-Pir. Shimallis… Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Keellaa Fayyaa 250 Baasii Birrii biiliyoona 3’tti dhiyaatuun gara sadarkaa dhaloota 2ffaatti guddisaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannichaa…
Ispoortii Atileet Asheetee Bakaree Maaraatoonii Rooterdam injifatte Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Atileet Asheetee Bakareen dubartootaan Fiigicha Maaraatoonii Neezerlaandi Rooterdamitti gaggeeffame injifatte. Atileet Asheetee Bakareen dorgommicha…
Oduu biyya keessaa Jilli Afyaa’ii Caffee Aadde Sa’aadaan durfamu Shaggaritti hojiilee misoomaa daawwate Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)- Jilli Afyaa’ii Caffee Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaaniin durfamuu Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti, hojiilee misoomaa daawwataniiru. Daawwanaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Israa’eel dirooniiwwanii fi misaa’ela 300 ol garasheetti Iraanirra furguggifaman… Debela Tadesse Apr 14, 2024 0 Finfinnee, Ebla 6, 2016 (FBC)-Israa'eel diroonii fi misaa'ela 300 ol garasheetti Iraanirra furguggifaman fashaleessuu beeksiste. Israa'elirratti haleellaan gaggeeffamuu fi Kaampiin…