Hanga ammaatti biqiltuu biiliyoona 4.8 qopheessuun danda’ameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin biqiltuuwwan qopheessuuf sochii hanga ammaatiin buufataalee garaagaraatti biqiltuuwwan biiliyoona 4.8 qopheessuun akka…