Oromiyaatti Arfaasaan lafa heektaara miiliyoona 1.2 misoomsuuf qophiin taasifameera-BQO
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti waqtii Arfaasaa baranaan lafa heektaara miiliyoona 1.2 misoomsuuf qophiin barbaachisaan taasifamaa jiraachuu biiroon Qonnaa…