Oduu biyya keessaa Fooramiin Magaalotaa 9ffaan gaggeeffamu eegale Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaaloota Itiyoophiyaa 9ffaan Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Magaalaa Walayittaa Sooddootti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramichi…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Finfinnee Barattoota 271 eebbisise Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)- Yuunivarsitiin Finfinnee Barattoota Saayinsii Fayyaan barsiisaa turee 271 yeroo 52ffaaf eebbiseera. Saganticharratti Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa Akiinwiimii Adeesiinaa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dureewwan Gamtaa Afrikaa har’a fi boru gaggeeffamaa Debela Tadesse Feb 17, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Yaa'iin Dureewwan Gamtaa Afrikaa 37ffaan har'aa fi boru Finfinnee galma gamtichaatti gaggeeffamaa. Yaa'ichi, mata duree "Barsiisa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gita isaanii Siwaatiinii waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gita isaanii Siwaatiinii Foliil Shaakaantuu waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Zaambiyaa Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Zaambiyaa Hakaayindee Hichilama Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti Hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Adde Adaanech Gargaaraa Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Mgaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gargaaraa Barreessaa Olanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Gargaaraa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Keeniyaa Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Pirofeessar Birhaanuu Naggaan Gargaartuu Daayrektara Jeneraalaa Damee Barnootaa UNESCO waliin… Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Gargaartuu Daayrektara Jeneraala Damee Barnootaa UNESCO Isteefiniyaa Jaaniinii waliin…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Jibuutii fi kan Burrundii Finfinnee galan Debela Tadesse Feb 16, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa'eel Umar Giillee fi kan Burrundii Ivaariistii Daay Shiimeeey Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti…