Giiftii Dureen Biraazil Giddugalaa Nyaataa Tasfaa Birhaan daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Giiftii Dureen Biraazil Jaanjaa Lulaa Daa Silvaan giddugala Nyaataa Tasfa Birhaan daawwataniiru.
Akkasumas Mana barnoota Sadarkaa 1ffaa…