Oduu biyya keessaa Ummata Oromoo – Ija Magaalaa fi Magaalummaatiin Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Magaalli Maali? Magaalli wiirtuu qaroomina ammayyaati. Magaalli giddugala murteessoo siyaas-dinagdeefi hawaasummaati. Wiirtuu barnoota, saayinsii, teeknoolojii, daldala, gabaa, aartii,…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin N/Oromiyaa Inistitiyuutii Bulchiinsaa Beejiingi waliin waliigaltee mallattesse Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa Inistitiyuutii Bulchiinsaa Beejiingi waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. Pireezidaantiin Yuunivarsitii Naannoo…
Idil Addunyaa Chaayinaatti balaa geejjiba baaburaa qaqqabeen imaltoota 515 irraa miidhaan qaqqabe Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Chaayinaatti balaa geejjiba baaburaa qaqqabeen imaltoota 515 irraa miidhaan qaqqabuun gabaafame. Imaltoota miidhaan irraa qaqqabes gara hospitaalaatti kan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Komishinara Dhaabbata Godaantoota Idil Addunya waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Komishinara Godaantoota Addunyaa Filiip…
Oduu biyya keessaa Gaachana Ummataa kan ta’e Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa madaalu ijaaraa jirra-F/M Birhaanuu Juulaa Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Gaachana Ummataa kan ta’e Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa madaalu ijaaraa jirra jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa ittisaa Biyyaa Fiildi Maarshaal…
Fayyaa Miseensota Inshuransii fayyaa miliyoona 29’n ga`uuf hojjetamaa jira-BFO Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti miseensota inshuransii fayyaa miiliyoona 29’n ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise. Daayireektera…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti xaa’oon kuntaalli kuma 400 gara godinaaleetti geejjibsiifamaa jira Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti xaa'oon biyyee oomisha bara 2016/17'f ooluu kuntaalli kuma 400 gara godinaaleetti geejjibsiifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa kabajame Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Guyyaan Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Adaamaatti kabajameera. Guyyicha sababeeffachuun waltajjiin marii gaggeeffameera. Waltajjicharratti Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Dameen Aviyeeshinii waarinaan dorgomaa akka ta’uuf dandeettii teeknoolojii guddisuun barbaachisaadha… Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Dameen Aviyeeshinii waarinaan dorgomaa akka ta’uuf dandeettii teeknoolojii aviyeeshinii guddisuun barbaachisaa ta’uu Daayrektarri Olaanaa Abbaa Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bunni kuntaalli miiliyoona 7 ol walitti qabame-BQO Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hanga ammatti omishni Bunaa kuntaallii miiliyoonni 7.26 walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Barana Buna kuntaala…