Oduu biyya keessaa Kaabineen Naannichaa murtoo garaagaraa dabarse Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Kaabineen Mootummaa Naannoo Hararrii dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni Maricha Warshaa Misooma Daabboo fi Daakuu naannicha…
Idil Addunyaa Wixineen baajata waraanaa Ameerikaa Doolaara biiliyoona 886.3 ragga’e Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Wixineen baajataa waraanaa Ameerikaa bara dhufuu Doolaara biiliyoona 886.3 dhiyaate raggaasifame. Wixinee baajatichaa keessaa deeggarsa Yuukireeniif…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Warshaa Palpii fi Waraqaa dawwate Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaaluu Abdiin durfamu Godina Shawaa Bahaa Wanjitti Warshaa Palpii fi Waraqaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Guyyaa Humna Qilleensaa Itiyoophyaa kabajauuf Bishooftuu jiru Debela Tadesse Dec 15, 2023 0 Finfinnee, Mudde 5, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan guyyaa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa 88ffaa kabajauuf Bishooftuu…
Oduu biyya keessaa Ajajoonni Humna Qilleensaa biyyoota Afrikaa bu’uuraalee misoomaa loltummaa daawwatan Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Ajajoonni Humna Qilleensaaa, Ataasheewwanii fi hoggantoonni dhaabbilee Aviyeeshinii biyyoota Afrikaa bu’uuraalee misoomaa loltummaa fi dandeetti hidhannoo…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Keeniyaa turan 134 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Karaa seeraan alaatiin biyyoota garaagaraatti imalaa kan turan lammiileen Itiyoophiyaa 134 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira-Kom. Dirribaa Mokonnin Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Oromiyaa keessatti nageenya waaraa mirkaneessuuf mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Koomishinarri Jeneraalaa Koomishinii Poolisii Oromiyaa Dirribaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa hojiirra oolmaa Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 350… Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Baankiin Addunyaa hojiirra oolmaa Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 350 taasiseera. Hoji Gaggeessaa Pirojektii Waraqaa Eenyummaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Godaantota Idil Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Daayrektara Olaanaa Dhaabbataa Godaantota Idil Addunyaa Emii Pooppi waliin…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa naamusaa fi miira jaalala biyyaa kan nu dhaalchiseedha-Miseensota… Debela Tadesse Dec 14, 2023 0 Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa dhaabbata naamusa gaarii fi miira jaalala biyyaa nu dhaalchisuun biyyaaf akka jiraannu bu’uuraa nuuf ta’eedha jechuun…