Oduu biyya keessaa Obbo Taayyee Danda’aan to’annoo jala oolfaman Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa kan turan Obbo Taayyee Dandaa’aan to’annoo jala oolfaman. Humni Waloo Nageenyaa Biyyaalessaa ibsa miidiyaaleef ergeen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii 27ffaa Invastimantii Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Hindii Niwudelhiitti gaggeeffamaa kan jiru Yaa’ii 27ffaa Invastimantii idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti. Komishinarri Ittaana Koomishinii…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Farra Malaammaltummaa Oromiyaa 18ffaan kabajamaa jira Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016(FBC)- Guyyaan Farra Malaammaltummaa Oromiyaa 18ffaa Mata duree "Malaammatummaan Diina Waloo Keenya Waan Ta'eef Gamtaan Irratti Haa qabsoofnu" jedhuun Adaamaa Galma…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa gita isaa Xaaliyaanii waliin waliigaltee walta’iinsaa mallatteesse Debela Tadesse Dec 12, 2023 0 Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)-Ministeerri Barnootaa fi Ministeerri Barnootaa Xaaliyaanii waliin damee leenjii barnootaarratti waloo hojjechuuf waliigaltee walta’iinsaa mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gaanfaa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayina waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Chaayinaa Ambaasaaddar Zhu Biingi waliin…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Musxaafeen durfamu hojiilee misooma Magaalaa Jigjigaa daawwate Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafee Mahaammadii fi qondaaltoota Olaanoo naannichaan durfamu piroojektoota misooma Magaalaa Jigjigaatti…
Oduu biyya keessaa Paarkiiwwan indaastirii Itiyoophiyaa invastimantiif filatamoo ta’uu Abbootiin Qabeenyaa Jaappaan… Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa invastimantiif filatamoo ta’uu Abbootiin qabeenyaa Jaappaan fooramii Invastimantii Itiyoo-Jaappaan irratti hirmaataan…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii baname Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Agarsiisni Innooveeshinii Aviyeeshinii mata duree “Kalaqa, beekumsa Aviyeeshiniif “ jedhuun Godambaa Saayinsii Itiyoophiyaatti banameera.…
Oduu biyya keessaa Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf Koreen Gorsituu Marii Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu… Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Adeemsa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf fi waliigalteen taasifamu hojiirra akka ooluuf Koreen Gorsituu Maree Biyyaalessaa gahee olaanaa bahachuu akka qabu…
Idil Addunyaa Pireezidanti Joo Baayidan Pireezidaanti Yuukireen waliin Waashingitanitti mari’achuufi Debela Tadesse Dec 11, 2023 0 Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Yuukireen Voloodmiir Zeeniskiin Masaraa Mootummaa Ameerikaa ‘White House’tti boru daawwannaa taasisuuf ta’uu White House beeksiseera.…