Oduu biyya keessaa Fooramiin Konistiraakshinii Oromiyaa jalqabaa gaggeeffame Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)-Fooramiin konistiraakshinii Oromiyaa yeroo jalqabaaf Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaafii Waldaa Kontraaktaroota Oromiyaatiin qophaa'e…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti garaagarummaan yaadaa diinummaa akka hintaane irra deddeebiin itti yaaduun… Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti garaagarummaan yaadaa diinummaa akka hintaane irra deddeebiin itti yaaduun barbaachisaadha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanota dhimmoota addaan qoqqoodanirra dhimmoota tokkummaan walitti hidhantu caala-Aadde… Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanota dhimmoota addaan qoqqoodanirra dhimmoota tokkummaan walitti hidhantu caala jedhan kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa bara dhufuu keessummeessa Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Guyyaa Sabaa fi Sablammootaa Ummatootaa Itiyoophiyaa 19ffaa bara dhufuu Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa Magaalaa Arbaamincitti keessummeeffama. Malaakuu…
Oduu biyya keessaa Kabajamuun guyyaa saboota, sablammootaa tokkummaa cimsuuf gumaacha qaba-Obbo Musxafee Mahaammad Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Kabajamuun Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatootaa Itiyoophiyaa, aadaa fi duudhaalee ummata keenyaa beekuuf carraa uumuu qofa osoo hintaane, walitti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Biyya Heddummina irraa ijaaramtedha–Obbo Aganyawu Tashaagar Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan biyya heddummina irraa ijaaramteedha jedhuun Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar ibsan. Guyyaan Sabaa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutti galaniiru. Dooktar Abiy Ahimad walga’ii Addaa Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa (IGAD)…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa erga baga ittin isin gahee dabarse Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhina kabaja Guyyaa Sabaaf Sablammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaa ilaalchisuun erga baga ittin isiin gahee dabarseera. Paartichi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii heddumminaan faayamtee fi Gamtan cimteedha-TKM Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan biyya sabdaneettii heddumminaan faayamtee fi Gamtan cimteedha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi Guyyaa Sabaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Jigjigaa galan Debela Tadesse Dec 9, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawudeen kabaja guyyaa Sabaaf Sabalammoota Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaarratti hirmaachuuf Naannoo Somaalee Jigjigaa…