Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin “Faana Aagaa” hundeeffame Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Faawundeeshiniin Abbaa Gadaa duraanii Gujii Dooktara Kabajaa Yuuba Aagaa Xeenxanoo “Faana Aagaa” hundeeffame. Faawundeeshinichi Moggaasa “Faana Aagaa”…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen qaama miidhamtootaaf haala mijataa uumuun itti gaafatamaa hawaasummaa akka bahatan… Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dhabbileen tajaajila qaama miidhamtoota giddugaleeffate kennuuf haala mijataa akka uuman Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa waamicha dhiyeesse.…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Tuurizimii Oromiyaan beeksisuu fi madda galii Tuurizimii taasisuuf hojjetamaa jira-Aadde… Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Qabeenya Tuurizimii Oromiyaan qabdu beeksisuu fi madda galii Tuurizimiif oolchuuf hojiilee bal’aan hojjatamaa jiraachuu Komishinarri Koomishinii…
Oduu biyya keessaa Giddugaloota garaagaratti Hoggantoonni Mootummaa marsaa 4ffaaf leenji’aa jiran hojiilee misoomaa… Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Hoggantoonni Mootummaa leenjii marsaa 4ffaa giddugala leenjii garaagaraatti leenji’aa jiran hojiilee misooma daawwataniiru. Haaluma kanaan, leenjitoonni…
Oduu biyya keessaa Jibuutiin Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaarraa barnoota fudhatteetti-Mahaammad Abdullaa’ii… Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Jibuutiin Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaarraa barnoota gahaa fudhachuu Ministirri Misoomaa Waaraa fi Eegumsa Naannawaa Biyyattii Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Dhaloonni xiiqa’ee duudhaa eegumsa qabeenyaa uumamaatti deebi’uu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dhaloonni ammaa d xiiqa’ee duudhaa eegumsa qabeenyaa umamaa ganamaatti deebi’uu qaba jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Soor kabajame Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Ji’;a Sadaasaa kan Kabajamuu Irreechi malakaa Soorgodina Iluu abbaa Booritti Kabame. Irreecha Malkaa Soor kabajame kanarrattis Abbootii Gadaa, Haadholii…
Oduu biyya keessaa Leenjiin qondaaltota olaanoo Poolisii Finfinneef kennamaa ture xumurame Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Leenjiin qondaaltota olaanoo Magaalaa Finfinneef Giddugalaa Hoggansaa Afrikaatti kennamaa ture xumurameera. Leenjichi, riifoormii dhaabbatummaa,…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qabeeya qilleensaa ittisuuf tattaaffiin taasiftu fakkeenya kan… Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee,Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf tattaaffiin ofii isheen taasisaa jirtu biyyoota naannawaaf fakkeenyaa kan ta’uudha jedhan…
Ispoortii Maaraatoonii Vaaleenshiyaan Atileeti Sisaay Lammaa fi Atileet Warqinash Daggafuu injifatan Debela Tadesse Dec 3, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2016 (FBC)- Dorgommii Fiigichaa Maaratonii Vaaleenshiyaan dhiiraan Atileet Siisaay Lammaa, dubartotaan ammoo Atileet Warqinash Daggafuun injifataniiru. Dorgommi…