Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa BLTO ifoome Debela Tadesse Nov 16, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC)-Ministeerri Hojii fi Ogummaa qabxii seensaa Dhaabbilee Barnoota Leenjii Ogummaa fi Teeknikaa ifoomseera. Ministirri Ministeerichaa Mufaariyaat Kaamiil,…
Oduu biyya keessaa Arsii Lixaatti Warqee kuntaalli miiliyoona 2 ol argame Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti oomisha Warqee kuntaalli miiliyoona 2 fi kuma 400 ol argamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa ibse. Itti Gaafatamaan Waajjirichaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Argisiisaa Qilleensaa 18ffaa Dubaay irratti hirmaachaa jirti Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Jilli Itaamaajoor Shuumii Waligalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan durfamu argisiisa humna qilleensaa fi egzibiishinii 18ffaa…
Oduu biyya keessaa Alergitoonni albuuda sona dabaluurratti xiyyeeffachuu qabu jedhame Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Alergitoonni albuudaalee gati jabeeyyi albuudaaleerratti sona dabaluun gabaa alaaf dhiyeessuurratti xiyyeeffachuu akka qaban akeekame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Jilli Mootummaa Azaarbaajaan Hoggansa Olaanaa Mootuummaa Naannoo Oromiyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Jilli Mootummaa Azaarbaajaan Hoggansa Olaanaa Mootuummaa Naannoo Oromiyaa waliin mari’atan Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Jilli Mootummaa Azaarbaajaan Ministira Hariiroo Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Sirna Barnootaa cimsuuf carraaqqii olaanaa gaafata jedhan MM Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Sirna Barnootaa cimsuun carraaqqii olaanaa akka gaafatu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimas ibsan. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii…
Oduu biyya keessaa Nyaata beeyladaa toonii miliyoona 39 walitti qabuuf hojjetamaa jira-BQO Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Nyaata beeyladaa toonii miiliyoona 39 walitti qabuuf karoorfamee hojjetamaa jiraaachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Biirichaatti daayrektarri…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa Dhaabbata Booyiingi waliin waliigaltee bittaa xiyyaarota 67 mallatteesse Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa seenaa Aviyeeshinii Afrikaa keessatti olaanaadha kan jedhame Dhaabbata Booyiingi waliin waliigaltee bittaa xiyyaarota Jeettii…
Fayyaa Du’aatii haadholii hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjetama jira-Dooktar Darajjee Dhuguumaa Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- Bakki tursiisa haadholii dhaabbiilee fayyaa keessa jiran du’aatii haadhoolii hir’isuuf gahee isaanii olaanaa ta’uun ibsame. Lubbuu haadholii sababa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan BRICS’tti kan makamte walt’iinsa cimsuufi-Dooktar Abiy Debela Tadesse Nov 14, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)- BRICS’tti makamuun Itiyoophiyaa walta’iinsa waloo cimsuuf malee biyyaa kamuu miidhuuf miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Walga’iin…