Oduu biyya keessaa Jijjiirraa baraatti madfiin si’a 21 dhukaafama Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)-Ayyaana jijjiirraa bara haaraa boru Fulbaana 1, 2016 kabajamu ilaalchisuun madfiin si’a 21 ni dhukaafama jedhame. Madiiin kunis boruu sa’aatii 12:00…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis ergaa baga ittiin isiin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan bara haaraa 2016 ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Barichi bara…
Oduu biyya keessaa Barri Haaraan baraa moofaa darberra fooyya’aa akka ta’uuf jijjiiramaaf of haa qopheessinu-MMF Debela Tadesse Sep 11, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Barri Haaraan bara moofaa darberra fooyya’aa akka ta’uuf jijjiiramaaf of haa qopheessinu jechuun Manni Maree Federeeshinii ibse. Afyaa’iin Manni Marichaa…
Idil Addunyaa Morookootti namoonni kirkirlaa lafaan du’an kuma 1 caale Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Morookootti balaa kirkira lafaa mudateen lakkoofsi namootaa lubbuun isaanii darbee kuma 1 dabruun gabaafame. Balaan kirkira lafaa magniitiyuudii 6.8…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa eegalchiise Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Itiyoo Teelekom tajaajila Neetiwoorkii Moobaayilaa Dhaloota 5ffaa (5G) har’a eegalchiise. Addabaabayii Michummaatti sagantaa jalqabsiisa tajaajilichaa…
Ispoortii Kilabni Meeboon Roobeen Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa waliigalaa kan 2015 Magaalaa Roobeetti dorgomamaa ture Olaantummaa Kilaba Meeboon Roobeen…
Oduu biyya keessaa Oromiyaan fakkeenya badhaadhinaa naannolee fi utubaa Itiyoophiyaa akka taatuuf hojjechaa jirra-Pir.… Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Oromiyaan fakkeenya badhaadhinaa naannolee fi utubaa Itiyoophiyaa akka taatuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannoo oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Walharkaa fuudhiinsi Maashinaroota suphaa daandiif oolan 79 taasifame Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Deeggarsa Mootummaa Jaappaaniin kan bitaman walharkaa fuudhiinisi konkolaattootaa fi Maashinaroota suphaa daandiif olaan 79 taasifamuu Kantiibaan Magaalaa…
Biiznasii Dhiyeessii boba’aa Beenzilaa fi Naafxaarratti daballiin oomishaa taasifame Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dhiyeessii oomisha Beenziinaa irratti hanqina mul’atu hordofee daballiin oomishaa %8 taasifamuu Abbaan Taayitaa Inarjii fi Boba’aa beeksise. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Aanaa Lumeetti Oomishaaleen garaagaraa daawwataman Debela Tadesse Sep 9, 2023 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Qaammee 4 Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti hoggantoonnii fi seektaroonni misooma baadiyyaa akkasumas hojjettoonni…