Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee daawwatan
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Qaammee 4, Guyyaa Oomishtumma mata duree “Shamattummaarraa gara Oomishtummaatti” jedhuun kabajamaa jiru sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee…