Bishooftuutti deeggarsa mootummaa Jaappaaniin Manni Kitaabaa ijaarame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Magaalaa Bishooftuu Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ada’aa keessatti manni kitaabaa deeggarsa mootummaa Jaappaaniin ijaarame eebbifame.
Sirna eebbaa Mana…