Biiznasii M-PESA’n Ityoophiyaatti tajaajila kennuu eegale Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Saafaariikom gama moobaayilaan tajaajila daddabarsa maallaqaa ‘M-PESA’ jedhamu eegaluu beeksise. Dhaabbatichi eeyyaama tajaajilchaa Baankii Biyyaalessaa…
Ispoortii Ingiliz dorgommii xumuraa Waanca Addunyaaf geesse Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Ingiliz tapha xumuraa Waanca Addunyaaf qaqqabuun ibsame. Gareen dubartootaa Ingiliz Awustiraaliyaa 3 fi 1’n ijifachuun…
Oduu biyya keessaa Federeeshiniiwwan idil addunyaa Aadde Adaanechiif beekkamtii kennan Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti maarshaal aartii babal’isuun, bakkeewwan shaakala ispoortii fi ijaarsa giddugaloota ga'umsa dargaggootaaf gumaacha olaanaa…
Oduu biyya keessaa Paarkii Booranaatti yaa’iinsi tuuristootaa fooyya’aa jira Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Paarkiin Biyyaalessaa Booranaa hongee dandamachuun tattaaffii tuuristoota hawwachuuf taasisaa jiruun yaa’iinsi fooyya’aa jiraachuu Bulchiinsi Paarkichaa…
Waajabila Faanaa Sa’i tokko jabbiilee 3 dhalte Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Shanan Kooluu Ganda Gaffiteetti Sa'i tokko jabbiilee sadii dhalte. Haati qabeenyaa Loon kanaa Aadde Aashaa Aliyyiin, sa'i isaanii kun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo Filiipiinsi waliin qabdu ciimsuuf fedhii qabdi–Amb.Dassee Daalkee Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan hariiroo Filiipiinsi waliin qabduu cimsuuf fedhii qabaachuu Filiipiinsitti Ambasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Dassee Dalkeen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti manneen jireenyaa barsiisotaa kuma 4 ol ijaaruuf karoorfame-BBO Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti manneen jireenya barsiisotaa kuma 4 fi 500 ijaaruuf karoorfamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Biirichatti Daayrekterri Qophii…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 99’tti tilmaamamu to’atame Debela Tadesse Aug 16, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 99’tti tilmaamaman to’anno jala oolfamuu Koomiishiniin Gumurukaa beeksise. Meeshaaleen to’atamaniis,…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Idil Addunyaa waliin mari’ataniiru Debela Tadesse Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimoota Idil Addunyaa Mahammad Bin Abdal…
Oduu biyya keessaa Lagni Awaash guutuun Abbootii Warraa 657 irraan miidhaa qaqqabsiise Debela Tadesse Aug 14, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti Lagni Awaash dambali'ee Abbootii Warraa 657 qe'ee irraa buqqisuu Waajjirri Buusaa Gonofaa Godina Shawaa Lixaa beeksise.…