Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Jaappaan Ityoophiyaa daawwachuufi Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Jaappaan Haayashii Yoshimaasa Ityoophiyaa daawwachuuf akka ta’e eerame. Ministirichi daawwannaa Afrikaatti taasisaniin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa waliigaltee namoota yakkan barbaadaman dabarsanii kennuu… Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Afrikaan Kibbaa waliigaltee namoota yakkan barbadamaan dabarsanii kennuuf dandeessisu mallatteessaniiru. Walga'iin Komiishinii Waloo…
Idil Addunyaa Humnoonni Sudaan lameen waraana akka dhaaban Saa’uud Arabiyaan waamichaa dhiyeessite Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ministirri Alaa Saa’uud Araabiyaa Faayisal Biin Farhaan Sa’uudu humnoonni Sudaan keessatti walwaraanan lameen walitti bu’iinsa dhaabuun biyyatti…
Oduu biyya keessaa Sagantaan bu’uuraalee misoomaa fi dhaabbatummaa Magaalotaa marsaa 3ffaan xumurame Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Sagantaa bu’uuraalee misoomaa fi dhaabbatummaa magaalotaa marsaa 3ffaa Doolaara miiliyoona 859’n gaggeeffamaa ture xumurame. Gamaaggamni waloo koree…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Koomiishinii waloo Ityoo-Afrikaa Kibbaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Walga’iin Koomiishinii Waloo Ministiroota Ityoo-Afrikaa Kibbaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walga’icharratti Ittaanaa Muummee Ministiraa fi…
Biiznasii Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 454’tti tilmaamaman to’ataman Debela Tadesse Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 454'tti tilmaamaman to’atamuu Koomiishiniin Gumurukaa beeksise. Koomishinichi Adoolessa 14-20, 2015'tti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Federaalaa Tigraayitti deeggarsa namoomaa hatattamaa dhiyeessaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Mootummaan federaalaa Naannoo Tigraayitti lammiilee deeggarsi barbaachisuuf, deeggarsa namoomaa hatattamaan dhiyeessaa jiraachuun Koomishinii Hoggansa…
Ispoortii Ityoophiyaan Burundii 2 fi 0’n injifatte Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa Dubartoota umrii 18 gadii “CECAFA”n, Ityophiyaan 2 fi 0’n Burundii injifatte. Immuush Daani’eel gooliiwwan boqonnaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Aksum Barattoota waame Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Aksum sababa waraanaan adeemsa baruu fi barsiisuu addaan kutee ture irra deebin jalqabuuf qophii duraa barbaachisaa taasisuun…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin yaadni nagaa Afrikaa nageenyaa Yaashiyaa-Yuukireeniif bu’uura ta’uu mala jedhan Debela Tadesse Jul 30, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Viidmiir Putiin yaadni nagaa dureewwan Afrikaan dhiyaate dhaabbachuu waraana Raashiyaa-Yuukireeniif bu’uura ta’uu akka malu…