Oduu biyya keessaa Pireezidanti Shimallis Inisheetiivii Ruuzii eegalchiisan Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa Inisheetiivii Ruuzii Godina Buunnoo Beddelleetti eegalchiisan. Sirna jalqabsiisaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Waajjira Tajaajila Pirojektii DHMG waliin hojjechuuf waligaltee mallattesse Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Ministeerri Jaallisii fi Naannawwaa Gammojji Waajjira Tajaajila Pirojektii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin tumsaan hojjechuuf sanaada…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyee meetirik tooniin kumni 20 fi 411 ol biyya keessaatti geejjibsiifame Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- gGuyyaa kaleessaa xaa’oon biyyee meetirik tooniin kumni 20 fi 411 ol gara biyyaatti geejjibsiifamuun eerame. Xaa’ichi konkolaattoota 439 fi baaburaan…
Oduu biyya keessaa Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaaf deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 1.5 taasiste Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti deeggarsaa namoomaaf kutaalee hawaasaa garaagaraaf kan oolu deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 1.5 taasiste…
Fayyaa Koolleejjin Saayinsii Fayyaa Yuunivarsiitii Finfinnee Dhaabbata “Safe Child” waliin waliigaltee… Debela Tadesse Jul 24, 2023 0 Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitii Finfinneetti Koolleejjin Saayinsii Fayyaa Hospitaala Xiqur Ambassaa dhaabbata Israa’eel “Safe Child” waliin tajaajilaa wal’aansa onnee…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan haala yeroo biyyaalessaarratti hawaasa dippilomaasiif ibsa kennan Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)-Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin haala yeroo biyyaalessaarratti hawaasa dippilomaasiif ibsa kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Warshaaleen guyyaatti daabboo miiliyoona 1 tolchan boruu eebbifamu Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Warshaaleen guyyaatti daabboo miiliyoona 1 oomishuu danda’anii sadii fi giddugaloonni nyaataa lama guyyaa boruu Finfinneetti ni eebbifamu. Warshaaleen…
Oduu biyya keessaa Naannoon Amaaraa baajata 2016’f Birrii Biiliyoona 137.4 ol raggaasise Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Naannoon Amaaraa baajata bara 2016’f Birrii biiliyoona 137 fi miiliyoona 408 fi kuma 472 fi 187 raggaasiseera. Manni maree naannichaa yaa’ii idilee…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensaa Koree Giddugaleessaa Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Koree Giddugaleessaa Paartii Komunistii Chaayinaa Waangi Yii waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy,…
Fayyaa Siistar Warqinash Kareetaa fi Siistar Maskaram Saxxanyi gootota damee fayyaa 2023 jedhaman Debela Tadesse Jul 21, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Sagntaa badhaasa gootota damee fayyaa 2023 mata duree “Women in global Health” jedhuun qophaa’erratti Siistar Warqinash Kareetaa fi Siistar Maskaram…