Misooma Ityoophiyaa guddisuuf damee qonnaa irratti hojii bal’aa hojjechaa turreerra-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 29, 2015 (FBC)- Misooma Ityoophiyaa guddisuuf adda durummaan damee qonnaa irratti hojiilee bal’aan hojjetamaa turuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen…