Oduu biyya keessaa Terminaalli fi Buufanni Maqalee tajaajila eegale Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Buufannii fi Terminaalli Maqalee gara tajaajilaatti deebi’uu Dhaabbanni Tajaajila Loojistiksii fi Geejjibaa Galaanaa Ityoophiyaa beeksise. Sababa rakkoo…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi waliin waliigaltee mallatesse Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Harraambee Yuunivarsiitii Bundi Indooneeshiyaa waliin dhimma barnoota, aadaa fi qoranoon waliin hojjachuuf waliigaltee mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaa fi Awurooppaa gara walta’iinsaatti dhufaa jira jedhame Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Biyyoonni Awurooppaa daawwaanaan Ityoophiyaatti taasisan hariiroon Ityoophiyaa fi Awurooppaa gara walta’iinsaatti dhufaa jiraachuuf argisiistuu ta’uu…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Koree Diinagdee Gooroo waliin Mari’atan Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad koree dinagdee gooroo waliin mari’atan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka…
Oduu biyya keessaa Shaashamanneetti waldaaleef tiraaktaroonni 589 dabarfaman Debela Tadesse May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti qonnaan bultootaa fi waldaalee IMX’n gurmaa’aniif tiraaktaroonni 589 dabarfamaniiru. Sirna walharkaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa yeroo Tigraay walga’ii idilee gaggeesse Debela Tadesse May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Manni Maree Bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay har’a walga’ii idilee isaa gaggeesseera. Walga'ichaan karoora deebisanii dandamachiisuu fi deebisanii ijaaruu…
Oduu biyya keessaa Hidhattoonni Godina Matakkal keessa socho’aa turan waamicha nagaa simachuun deebi’an Debela Tadesse May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuz Godina Matakkal Aanaa Danguraa keessa hidhattoonni socho’aa turan waamicha nageenyaa taasifame simachuun deebi’aniiru.…
Ispoortii Kilabni Magaalaa Shaashamannee gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffate Debela Tadesse May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)-Kilabni Kubbaa Miilaa Shaashamannee bara dorgommii 15 booda gara Piriimiyerliigii Ityoophiyaatti deebi'uu mirkaneeffateera. Kilabichi, Kilabni Kubbaa…
Biiznasii Sirreeffamni gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aa taasifame Debela Tadesse May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Finfinneetti sirreeffamni gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aa taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiisa Naannawaa Beeksise. Gatiin gurgurtaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Turkii waliin mari’atan Debela Tadesse May 2, 2023 0 Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Turki Ambaasaaddar Buraak Aksapeer waliin…