Faransaayii fi Gamtaan Awurooppaa dhimma Waraanaa Raashiyaa-Yuukireenirratti mari’achuufi
Finfinnee, Bitootessa 27, 2015 (FBC) – Guyyaa har’aa Faransaayii fi Koomishiniin Gamtaan Awurooppaa dhimma waraanaa Raashiyaa-Yuukireenirratti mari’achuuf gara Chaayinaatti imaluun…