Eejensiin Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa Yuuniyenoota qindeessuun deeggarsa Birrii miiliyoona 11…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)- Ejensiin Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa Yuuniyenoota Naannoo Oromiyaatti argaman qindeessuun hawaasa Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa…