Oduu biyya keessaa Sosochiin biyyaalessa “Gibira kabaja Biyyaaf” jedhu ifoome Debela Tadesse Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Ministeerrii Galiiwwanii fi Koomishiniin Gumurukaa, sosochii biyyaalessaa seera taaksii fi gumurukaa kabachiisuu “Gibira kabaja Biyyaaf” jedhuu…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa marsaa 3ffaan Caamsaa dhufu eegala Debela Tadesse Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21 ,2015 (FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa hojiilee jalqabaa fi boqonnaa 2ffaa xumuruun, boqonnaa 3ffaa baatii Caamsaa dhufuu gaggeeffamuu akka eegaluu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Haramaayaa barsiisota lamaaf gulantaa Pirofeesarummaa guutuu kenne Debela Tadesse Feb 28, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC)- Boordiin bulchiinsa Yuunivarsiitii Haramaayaa walga’ii gaggeesseen Barsiisota yuunivarsitichaa lamaaf gulantaa Pirofeesarummaa guutuu kenneera.…
Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa Afrikaanotaaf mallattoo onnachiistuudha-Yooseef Attaa Manshaa Debela Tadesse Feb 27, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Ityoophiyaanonni lola Adwaarratti injifannoon weerartoota Xaaliyaaniirratti gonfatan Afrikaanonni biroon akka koloneeffattummaarratti qabsaa’an…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti Pirojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 754 ijaaramu ifoome Debela Tadesse Feb 27, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Godinaa Booranaatti Birri miiliyoona 754’n Pirojektii Bishaan dhugaatii qulqulluu ijaaruu har’a ifoomeera. Saganticharratti Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Murtoowwan garaagaraa dabarse Debela Tadesse Feb 27, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 17ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa walga'ii isaa…
Oduu biyya keessaa Loon gatii boqolloo kuntaala tokkoo gadiin gurguraa jirra-Horsiisee Bultoota Booranaa Debela Tadesse Feb 27, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)- Hongee godinichatti mudate hordofee hanqina margaa fi bishaaniin beeyladootni kan miidhaman ta’u kan himan horsiisee bultootni godinichaa loowwan hafan…
Ispoortii Biyyoota garaagaraatti dorgommiiwwan atileetiksiin Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an Debela Tadesse Feb 27, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)-Sanbataa fi Dilbataa biyyoota garaagraatti dorgommiiwwan Atileetiksii gaggeeffamaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru. Dorgommii Maaraatoonii…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti ifayyadamna-Jeneraal… Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti fayyadamna jechuun Itti Aanaan Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufeera-Ambaasaaddar Eveegeenii… Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Hariiroon dippiloomaasummaa seena qabeessi Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufuu Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Raashiyaa…