MM Abiy Ahimad Aanga’oota biyyoota garaagaraa waliin mari’tan
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yaa’ii Gamtaa Afrikaa 36ffaa gaggeefamaa jiru cinaatti aanga'oota biyyoota garaagaraa waliin mari’ataniiru.…