Yaa’iin Gamtaa Afrikaa nagaan akka xumuramuuf qophii taasisuun hojjechaa jiraachuu Humni Waloo Tikaa…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaa taasisuun hojiitti seenuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.…