Oduu biyya keessaa Bu’aan yeroo sagalee murtee ummataa ifoome Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Godinaalee ja’aa fi aanaalee addaa shan Naannoo Sabaa fi Sabalammoota Kibbaa jalatti argamanitti murtee ummataa gaggeeffameen bu’aan yeroo ummataaf ifoomuu…
Oduu biyya keessaa Zayiitiin liitirri miiliyoona 1.2 hawaasaaf raabsame Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa zayiita nyaataa Jibuutiirraa bitee gara biyyaatti geejjibuun hawaasaaf raabsaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun darbuutti gadda itti… Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun namootaa darbuutti gadda itti dhaga’ame ibsan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti misoomsitoota invastimantiirratti bobba’aniif deeggarsi akka taasisamu ibsame Debela Tadesse Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Obbo Umud Ujuluu naannichatti abbootii qabeenyaa dameewwan invastimantii garaagaraarratti bobba’uu barbaadaaniif…
Oduu biyya keessaa Michummaa Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii cimsinee itti fufsiisna-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Hariiroon Ityoophiyaa fi Xaaliyaanii baroota kan lakkoofsisee fi bu'aa qabeessa ta'uu Muummeen Minitiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan ja’an darbanitti dhiyeessii bishaaniin bu’aa olaanaan galmaa’eera-Ministeericha Debela Tadesse Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti dhiyeessii bishaaniin bu’aa olaanaan galmaa’uu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii beeksise. Ministeerichi raawwii baatiiwwan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Dhimma Alaa miidhaa kirkira lafaa Turkiitti qaqqabeen gadduu ibse Debela Tadesse Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa kirkira lafaa Turkii Kibbaatti har’a ganama mudateen lubbuun darbuu, madaa’uu fi qabeenyi manca’uu ilaalchisee gadda itti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Hoji Raawwachiisaa Inistiitiyuutii Qabeenyaalee Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hoji raawwachiisaa Inistiitiyuutii Qabeenyaalee Addunyaa Anii Dasaaguupataa fi garee jilaa isaanii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti murtee ummataa gaggeeffamuun mirgi namoomaa akka hinsarbamne KMNI ogeeyyii… Debela Tadesse Feb 6, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC)- Naannoo Kibbaatti murtee ummataa gaggeeffamuun mirgi namoomaa akka hinsarbamne hordofuuf Koomishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa ogeeyyii bobbaasuu…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad tumsa argisiisanitti ummanni Sudaan gammadeera-Ittaanaa Ministira… Debela Tadesse Feb 4, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad tumsa argisiisanitti ummanni Sudaan gammadeera jechuun Itti Aanaan Ministira Dhimma Alaa Sudaan Dafaalaa Elhaajii Alii…