Finfinnee fi naannawaasheetti hokkara uumuuf kanneen socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti hokkaraa fi jeequmsa uumuuf kan turan humnoonni farra nageenyaa to'amnoo jala oolfamuu Humni Waloon Tikaa fi…