Oduu biyya keessaa Liigichi Mudde 21-25, 2015 yaa’ii idilee gaggeessa Debela Tadesse Dec 28, 2022 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Liigiin Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa yaa’ii idilee isaa Mudde 21-25, 2015 Magaalaa Adaamaatti kan geeggeessu ta’uun eerame. Pireezidaantiin Liigichaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Qillee fi Cuuphaatti hanqinni dhiyeessii akka hinmudanneef koreen to’annoo taasisu hojii… Debela Tadesse Dec 28, 2022 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Ayyaana Qillee fi Cuuphaatti hanqinni dhiyeessii akka hinmudanne koreen to’annoo fi hordoffii taasisuuf hundeeffame hojii eegaluu Biiroon Daldalaa Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni waggaa Gabireelii Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira Debela Tadesse Dec 28, 2022 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Waggattii yeroo lama kan kabamu ayyaanni wagga Gabireelii duudhaa amantaa isa eeggatee Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira. Ayyaana Qullubbiitti…
Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyee meetirik toonii kuma 57 ol Jibuutii qaqqabe Debela Tadesse Dec 28, 2022 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Omisha bara 2015/2016’f xaa’oo biyyee toonii kuma 57 fi 295 Morookoorra fe’ame Jibuutii qaqqabuun ibsame. Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Turkii waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 28, 2022 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Yaasir Naasir waliin mari’ataniiru. Jilli Fiildi…
Oduu biyya keessaa Sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 seeraan ala walitti qabame uggurame Debela Tadesse Dec 26, 2022 0 Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Seeraan ala sharafni alaa Doolaarri miiliyoona 20 walitti qabame ugguramuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise. Mootummaan, Ityoophiyaanotaa fi…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee nageenyaa booda jijjiiramoota jiran ittifufsiisuuf mootummaan murannoo qaba-Obbo… Debela Tadesse Dec 26, 2022 0 Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaa booda jijjiiramoonni hedduun jiraachuu fi jijjiiramoota kanneen caalmaan cimsanii itti fufsiisuuf mootummaan murannoo qabaachuu…
Oduu biyya keessaa Nageenyi fedhii bu’uuraa ummata Tigray ta’uu jiraattonni naannichaa dubbatan Debela Tadesse Dec 26, 2022 0 Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Nageenyi fedhii bu’uuraa ummataa Tigray ta’uu jiraattonni naannichaa Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetiif yaada kennan dubbatan. Kutaalee hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila elektirikii dhabanii kan turan Magaalonni 80 fayyadamtoota tajaajilichaa ta’an Debela Tadesse Dec 26, 2022 0 Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)- Walitti bu’iinsa kutaa Kaabaa Ityoophiyaatti mudatee tureen manca’iinsa bu’uuraalee misoomaa elektirikii mudateen magaalota 80 tajaajilichi addaan cite ture…
Oduu biyya keessaa Waggootan lamaan darban Ityoophiyaanonni tokkummaan waa hedduu hojjechuu akka danda’an… Debela Tadesse Dec 26, 2022 0 Finfinnee, Mudde 17, 2015(FBC)-Waggootan lamaan darban qormaatilee keessaafi alaa Ityoophiyaa mudatan damdamachuun injifannoowwan galmaa’an Ityoophiyaanoonni tokkummaadhaan waa hedduu…