Sirni gaggeessaa reeffaa Abbaa Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xeenxanoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 16, 2015(FBC)-Sirni gaggeessaa reeffaa Abbaa Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xeenxanoo Magaalaa Shaakkisootti gaggeeffamaa jira.
Mana jireenya isaanii Magaalaa Shaakkisoorraa…