Idil Addunyaa Walga’iin idilee ministiroota IGAD 48ffaan xumurame Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Fifninnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Sudaan Kaartuumitti gaggeeffamaa kan ture walga’iin idilee Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) 48ffaan xumurameera. Walga’ichi gabaasa…
Oduu biyya keessaa Ejensiiwwan DhMG Pirojektii namoota kuma 54 fi 400 fayyadamtoota taasisu ifoomsan Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Ejeensiiwwaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii laammilee Naannoo Oromiyaa fi Somaalee sababa garaagaraan qe’ee isaaniirraa buqqa’aniif kan oolu pirojektii…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee Mana Maree Ministiroota IGAD 48ffaan Kaartumitti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Walga’iin idilee Mana Maree Ministiroota Dhaabbata Misoomaa Mootummootaa Baha Afrikaa (IGAD) 48ffaan Kaartumitti gaggeeffamaa jira. Sirna baniinasa…
Fayyaa Ityoophiyaatti namoonni kumni 617 ol HIV qabu-Ministeera Fayyaa Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)-Tilmaama bara 2013/14 jiruun Ityoophiyaatti namoonni kumni 617 ol HIV’n dhiigasaanii keessa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Marii biyyaalessaa Ityoophiyaa sagantaa yeroo raawwii hojii isaa ifoomse Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa sagantaa yeroo raawwii hojiiwwan fuulduree ifoomseera. Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa raawwii…
Idil Addunyaa Ameerikaan Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela furguggisuun dura sirna akeekkachiisa duraa kennu diriirsuufi Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)– Kooriyaa Kaabaarraa misaa’eloonni furguggifamuun dura sirna akeekkachiisa duraa kennu diriirsuuf ta’uu Ameerikaan beeksisfte. Guyyaa kaleessaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayiitti deeggarsi namoomaa nyaataa fi kanneen biroon meetirik toonii kumni 45 raabsamuu… Debela Tadesse Nov 30, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Lammiilee Naannoo Tigraayi rakkoo keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa nyaataa fi kanneen biroon meetirik toonii kumni 45 akkasumas, qorichoonni…
Idil Addunyaa Hongeen Kaalifoorniyaatti mudate wabii nyaataa Ameerikaa balaarraa buusa jedhame Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Ameerikaa Naannawaa Bulchiinsaa Kaalifoorniyaatti balaa hongee waggoottan lamaan darban mudataniin oomisha midhaaniirraa galii argachaa turte Doolaara…
Ispoortii Biraaziil Siwiizarlaandiin injifachuun tapha gatanii darbuuf ceetee Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Tapha Biraaziilii fi Siwiizarlaandii gidduutti taphatameen Biraaziil goolii 1 fi 0’n Siwiizarlaandiin injifatte. Taphata Kaasaamiiroon goolii injifannoo…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii lammiilee Saa’udiirraa biyyatti deebisuu ilaalchisee aanga’oota biyyattii waliin… Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Saa’ud Arabiyaatti lammiilee Ityoophiyaa haala rakkisaa keessatti argaman gara biyyaatti deebisuuf tattaaffi taasifamaa jiru irratti aanga’oota biyyattii…