Ispoortii Kooriyaa Kibbaa 2 – 3 Gaanaa xumurame Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) - Taphni waancaa Addunyaa Kooriyaa Kibbaa fi Gaanaa gidduutti Istaadiyeemii ‘Education City’tti taphatame Olaantummaa Gaanaan xumurameera. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 256 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 256 guyya har’aa gara biyyaatti deebi’aniiru. Kanneen deebi’an…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan haleellaa Alshabaab Somaaliyaa Hoteela Viillaa Roozitti raawwate balaaleffatte Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa gareen shororkeessaa Alshabaab Somaaliyaa Hoteela Viillaa Roozitti raawwate balaaleffate. Ministeerri Dhimma Alaa ibsa…
Oduu biyya keessaa Waldichi deeggarsa namoomaa Birri miiliyoona 10.5 Naannoo Tigiraayiif taasise Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa korichi deeggarsa namoomaaf kan oolan nyaataa, midhaanii fi meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 10.5 Naannoo…
Oduu biyya keessaa Ummata yaaddoo nageenyaarraa bararuufi nageenya amansiisa mirkannessuuf hojjetama jira- Dooktar… Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Ummata yaaddoo nageenyaarraa baraaruu fi nageenya amansiisaa mirkannessuuf kutannoon hojjetama jiraachuu Waajjira Muummee Ministiraatti Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi biyyoota jijjiirama qabeenya qilleensaan miidhamaniif beenyaan akka kaffalamu sagalee… Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Biyyoonni miseensota Dhaabbata Biyyoota Kaaribiyaanii fi Paasifiikii, biyyoota jijjiirama qabeenya qilleensaan miidhamaniif beenyaa kennuuf fandii…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu misooma Qamadii Godina Wallaggaa Bahaa daawwate Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantii Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu, Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Dhibee sombaa ittisuu fi to’achuuf hoggansi sadarkaan jiru xiyyeeffannaa kennuu qaba-Ministeera… Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Dhibee sombaa (TB) ittisuu fi to’achuuf, akkasumas deeggarsa faayinaansii biyya keessaa guddisuuf hoggansi sadarkaan jiru xiyyeeffannaa kennuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Waggaa tokkotti deeggarsa Hidha Haaromsaaf Birrii biiliyoonni 1.3 walitti qabameera-BKO Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Naanoo Oromiyaatti ijaarsa Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaaf waggaa tokko keessatti Birrii biliyoonni 1.3 Walitti Qabamuu Biiroon Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Debela Tadesse Nov 28, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 6ffaa marsaa 2ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera. Afyaa’iin Mana Marichaa Aadde Faantuu Tasfaayee…