Oduu biyya keessaa Qosheetti ibiddaan qabeenyi Birrii miiliyoona 60 manca’e Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) -Guyyaa har’aa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Aanaa 01 naannawaa Qoshee jedhamuun beekamutti balaa ibiddaa sa’a 10:30’tti mudateen qabeenyi…
Oduu biyya keessaa Seenaa, eegumsa hambaa fi Arkiyooloojiin tumsi faayinaansii Faransaay kan baroota… Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC) - Seenaa, eegumsaa hambaa fi hojiilee arkiyooloojiirratti tumsi faayinaansii faransaay kan baroota dheeraati jechuun Pireezidanti FDRI Saahilawarqi Zawudee…
Oduu biyya keessaa Irreechaan walqabatee daandiiwwan cufaman ifoomaan Debela Tadesse Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)- Finfinneetti Ayyaanni Irreecha kabajamee hanga xumuramutti daandiiwwan cufaman ifoomaniiru. Haaluma kanaan:- • Buufataa Xiyyaaraa Boolee, Galma…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilaqwarqi xalayaa muudamaa Ambaasaaddaroota 11 fuudhan Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee waajjira isaaniitti xalayaa muudamaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota 11 fuudhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aanaa Beer’aanootti pirojektiin jallisii lafa hektaara 124 misoomsu eebbifame Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Naannoo Somaalee Godina Shabalee Aanaa Beer’aanootti lafa hektaara 124 misoomsuuf ga’umsa kan qabu pirojektiin misooma jallisii eebbifameera. Baasii…
Uncategorized Irreechaan walqabatee Jimaata boriirraa eegalee sochiin doqdoqqee dhorkame Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ayyaana Irreechaa Sanbataa dhufu Hora Fininneetti kabajamu sababeeffachuun Jimaata borii ganama sa’aatii 12:00rraa eegalee sochiin doqdoqqee dhorkaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni lammiileef deeggarsa taasisuun dirqama amantaa akka bahatan waamichi dhiyaate Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sababa balaawwan namtolchee fi uumamaan lammiilee miidhaaman Ityoophiyaanonni hundi deeggarsa taasisuun dirqama amantii isaanii akka bahatan abbootiin…
Oduu biyya keessaa Amb. Silaashii Baqqalaa Walitti Qabaa Dhimmoota Tikaa Seneetii Ameerikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silaashii Baqqalaa Walitti Qabaa Dhimmoota Tikaa Seneetii Ameerikaa Maarki Wiirnaar waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi raawwate Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sirni awwaalchaa Artisti Maadiingoo Afawarqi Batsakaanaa Sillaasee Kaateediraaliitti har’a raawwateera. Sagantaan gaggeessa reeffa Artistii Maadiingoo…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin Irreechaa Kutaalee Magaalaa Finfinneetti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira Debela Tadesse Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Jalaa bultiin Ayyaanaa Irreecha Hora Finfinnee sirnoota garaagaran Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti kabajameera.…