Itiyoophiyaan Baankii Addunyaa waliin waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 mallatteessite
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan raawwii pirojektii sirna bulchiisaa ammaayyaaf kan oolu waliigaltee Doolaara miiliyoona 70 Baankii Addunya waliin mallatteessite.…