Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Embaasiiwwan biyyoota garagaraa fi Dhaabbileen Idil Addunyaa Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata galaa ta’an hedduun kan guutamedha-Obbo Kaffaaloo Tafarraa Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ayyaanni Masqalaa duudhaaleef barsiifata gaggaarii imala keenya har’aatiif galaa ta’an hedduudhaan kan guutamedha jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira paartii…
Oduu biyya keessaa Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Booqaa Birraa, Masqala Mootii Ayyaanaa Baga Nagaan Geessan jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan ibsan. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Masqalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Masqalaa Ayyaaana humni mul’ata…
Oduu biyya keessaa Dooktar Ergoggeen Garee jilaa Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoggee Tasfaayeen miseensota garee Jilaa Chaayinaa waliin mari’ataniiru. Mariin…
Oduu biyya keessaa Hoggansi yeroo kamuu caalaa miira tajaajiltummaan bu’aa qabeessummaaf hojjechuu qaba-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Utubaalee ce’umsaa Biyyaa hirmaannaa fi qindoomina olaanaan milkeessuun Itiyoophiyaa badhaatee uumuuf hoggansi yeroo kamuu caalaa miira taajaajiltummaan…
Oduu biyya keessaa Haleellaawwan Israa’eeliif gareen hidhattootaa deebii kennaa jiraachuun gabaafame Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Israa’eel bakkeewwan qiyyaafannaa Hiizoolaa irratti haleellaa bal’aa yoo geessistu gareen hidhattootaas bulchiinsa Israa’eel keessatti haleellaa rookeetii…
Oduu biyya keessaa “Masalaan” Kabajame Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Jijjiirraan bara haaraa ummata Kambaataa “Masalaan” sirnoota garaagaraatiin kabajameera. Sirna kabaja ayyaanichaarratti hawaasni godinichaa agarsiisaa…
Oduu biyya keessaa Irreechaa duudhaafi safuu isaa eegnee kabajuu qabna-A/G Goobana Hoolaa Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)-Ayyaana Irreechaa duudhaa fi safuu isaa eegnee kabajuu qabna jedhan Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaan. Irrechaa bara 2017 ilaalchisuun mariin…