Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa Walaayittaa Giiftaan kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Walaayittaa Giiftaan magaalaa Sooddootti kabajamaa jiraachuu ibsameera. Ayyaannichi…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitin Wallaggaa barattoota barnootaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 788 eebbisiise Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 788 digirii jalqabaa fi digiri 3ffaan eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Caffee bara hojii isaanii xumuran gaggeeffaman Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Miseensota Caffee Oromiyaa mana maree 5ffaa waggaa 1ffaa hanga waggaa 4ffaatti tajaajila turaniif gaggeessan taasiifameera. Qindeessitoota…
Oduu biyya keessaa Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 ni hundaa’a Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 kan hundaa’u ta’uu Af Yaa’ii Mana Maree magaalichaa Aadde Zarfeshawaal…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa wixinee labsii gurmaa’insa caffee raggaasiise Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) - Caffeen Oromiyaa yaa’ii mana maree 5ffaa xumurraa fi yaa’ii 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun wixinee labsii gurmaa’ina caffee…
Oduu biyya keessaa Caffeen wixinee labsiiwwan garaagaraa raggaasiise Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa yaa’ii mana maree 5ffaa xumurraa fi yaa’ii 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun wixinee labsii garaagaraa dhiyaate…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach manneen jireenyaa haaromsaan jiraattootaaf dabarsan Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee manneen haaroomsaman 9 jiraattootaaf dabarsaniiru. Manneen kunneen Hojii…
Uncategorized Preezdaant Saahiwarq magaalaa Dasee galan Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Sahilawarq Zawdeen lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an daawwachuuf magaalaa Dasee galaniiru. Preezdant…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti dargaggoonni kumni 2 fi 329 Marsaa 3ffaaf Raayyaa Ittisaatti makaman Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti Marsaa 3ffaaf dargaggoonni kumni 2 fi 329 Raayyaa Ittisaa Biyyaatti makamaniiru. Dargaggoonni Godina Harargee Lixaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Antooniyoo Guutareez waliin marai’atan Sifen Megersa Sep 25, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin barreessaa olaanaa Dhaammata Mootummoota Gamtoomanii…