Idil Addunyaa Zaambiyaatti filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Zaambiyaatti guyyaa har’aa filannoon Preezdaantummaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Komishiniin Boordii Filannoo Zaambiyaa filannoo haqa…
Biiznasii Magaalichatti baatii tokko keessatti galiin Birriin biiliyooni 5.8 ol walitti qabame Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatii Adooleessaa keessa galiin Birriin biiliyooni 5.8 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksiiseera.…
Ispoortii Jila Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’eef simannaan… Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuun gara biyyaa deebi’e wayita Buufata Xiyyaaraa idil- Addunyaa Boolee ga’u simannaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat ergamaa addaa sagantaa nyaata addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC) –Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil ergamaa addaa daayreektera olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Raamiiroo Looppeez Daa Siilvaa waliin…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Hararii naannoo Afaariitti haleellaa lammiilee nagaarra qaqqabe gaddi itti… Sifen Megersa Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Hararii naannoo Afaariitti haleellaa gareen ABUT lammiilee nagaa iddoo turtii yeroo keessa turanirra qaqqabsiiseef gaddi itti dhaga'amuu…
Oduu biyya keessaa Imbaasichi tajaajila idilee laachurratti argama – Ambaasaaddar Futsum Araggaa Sifen Megersa Aug 11, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Imbaasiin Ityoophiyaa Ameerikaa Waashingitan DCtti argamu tajaajila idilee laachaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Futsum Araggaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Jimmaa ogeeyyii yaala Fayyaa tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa… Sifen Megersa Aug 10, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitii Jimmaatti Inistiityuutiin Saayinsii Fayyaa ogeeyyii yaala Fayyaa kaka'umsa isaaniin tajaajila yaala Fayyaa laachuuf gara adda waraanaa imalan…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti Proojektoonni garaagaraa eebbifaman Sifen Megersa Aug 10, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Harargee lixaa Aanaa Odaa Bultumitti proojektoonni garagaraa 7 Birrii miiliyoona.40 oliin hojjatamaa eebbifaman. Godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan deeggarsa talaallii Covid -19f taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite Sifen Megersa Aug 10, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Chaayinaan Ityoophiyaa dabalatee biyyoota garaagaraaf deeggarsa talaallii Covid -19f taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu beeksiifte.…
Biiznasii Daldalaa seeraan alaan Birrii biiliyoona 3.6 waliin dhahamuuf ture baraaruun danda’ame Sifen Megersa Aug 10, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Bara baajataa xumrame kanatti daldalaa seeraan alaan Birrii biiliyoona 3.6 waliin dhahamuuf ture baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumurukaa…