Kabajni Ayyaana Daamaaraa karaa nagaan xumurame – Komishinii Poolisii Finfinnee
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC) - Ayyaanni Daamaaraa Magaalaa Finfinneetti kabajame karaa nagaan xumuramuu Komishiniin Poolisii Magaalichaa beeksiiseera.
Sagantichi akka milkaa'u…