Oduu biyya keessaa Lammiileen 306 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 306 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebia’aniiru. Deebitoonni kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Poolisii Ityoophiyaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbise Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Poolisii Ityoophiyaa barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture 465 eebbise. Sirna eebbaa kanaratti Preezdaantii FDRI…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Bakka Bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Bakka Bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 16 fi 967… Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture kuma 16 fi 967 Istaadiyeemii Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii hundeeffama Mana Murtii Aadaa dhiyaate sagalee guutuun ragga’e Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Wixinee labsii hundeeffama Mana Murtii Aadaa Oromiyaa dhiyaate sagalee guutuun raggaasiise. Preezdaantiin Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti guyyaa tokkotti biqiltuu kuma 350 dhaabuuf duulli ashaaraa magariisaa… Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti guyyaa tokkotti biqiltuu kuma dhibba 3 fi kuma 50 dhaabuuf duulli Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Arafaa ayyaana guddaa hordoftoota amantii Islaamaan jaalatamuudha – Muftii Hajii… Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis jala bultii Ayyaana Arafaa Iid Aladahaa sababeeffachuun…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen barnootaa olaanoo garaagaraa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa tura eebbisiisan Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dhaabbileen barnootaa olaanoo garaagaraa barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa tura eebbisiisaniiru. Yuunvarsiitiin Bahaar Daar…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Caffee Oromiyaa oolmaan guyyaa 2ffaa itti fufeera Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii idileesaa 14ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa gaggeessu guyyaa 2ffaa itti fufeera. Har’a raawwii hojii Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessaa jira Sifen Megersa Jul 17, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale. Manni marichaa yaa’ii idilee 3ffaa waggaa 8ffaa kan…