Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa laatan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maanguddoota harka qalleeyyiif kennaa ayyaanaa arjoomaniiru.…
Oduu biyya keessaa Barri nama, bara keessatti ifee kan muul’atu nu’i – Aadde Adaanich Abeebee Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru. Lammiilee Ityoophiyaa…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing gita isaanii Ameerikaa Joo Baayidan waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing baatii 7 booda gita isaanii Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidan waliin bilbilaan marai’ataniiru. Qaamoleen…
Oduu biyya keessaa Ifa barii arguuf dukkana cimaa darbuun dirqama – Obbo Dabalee Qaabataa Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Ifa barii arguuf dukkana cimaa darbuun dirqama - Obbo Dabalee Qaabataa Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii Gumrukaa obbo Dabalee Qaabataan ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Tajaajila fedhii maamiltootaa giddugaleeffate laata jirra – Komishinii Gumrukii Ityoophiyaa Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Komishiniin Gumrukii Ityoophiyaa sirna bulchiinsaa yeroon barbaadu diriirsuunTajaajila fedhii maamiltootaa giddugaleeffate laataa jiraachuu ibseera.…
Oduu biyya keessaa Barri 2013 seenaa naannoo Oromiyaatti bara qormaanni itti heddumatee fi milkaa’inni argamee… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Barri 2013,Seenaa Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa keessaatti bara qormaanni itti heddumatee fi faallaasaan milkaa'inni argamee hin beekne itti…
Oduu biyya keessaa Injifannoon waadaa galle kabajuudha –Muummee Ministiraa Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Injifannoon waadaa galle kabajuudha, waadaaf amanamanii hojjechuu fi jecha qabatamaan agarsiisuu ta’uu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Qaammeen 5, Guyyaan missirraachoo Injifannoo kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Qaammeen 5, Guyyaa missirrachoo Injifannooti jedhan Itti aantuun kaantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee. Baga guyyaa Injifannoon isin ga'e…
Fayyaa Godina Jimmaatti proojektoonni fayyaa ijaaramaa turan xumuraman Sifen Megersa Sep 9, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti proojektootni fayyaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 70 oliin ijaaramaa turan xumuramaniiru. Godinichatti proojektoota fayyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan yoomiyyuu gootoota ishee hin dagattu – Preezdaanti Saahilawarq Sifen Megersa Sep 9, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Hospitaala Xoor Hayiloochitti argamuun loltoota darree waraanaatti miidhamuun yaalarratti argaman daawwataniiru.…