Fayyaa Faayidaa Paappayyaa Sifen Megersa May 27, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2017 (FMC) – Paappayyaan muduraa fi kuduraa keessaa tokko ta'ee kan Vaayitaminoota garagaraa kan akka Vitaayitamina C,A fi Albuudota garagaraan badhaadheedha.…
Fayyaa Magaalichatti duulli talaallii ittisa dhibee gifiraa eegalame Sifen Megersa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti duulli qindoomaan talaallii ittisa dhibee gifiraa eegalameera. Duula kanaan daa’immaan kuma 600 fi kuma 28 fi 463’f…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hojii raawwachiisaa olaanaa ‘Webuild Group’ Peeyitiroo Saalinii waliin mari’atan Sifen Megersa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojii raawwachiisaa olaanaa ‘Webuild Group’ Peeyitiroo Saalinii waliin magaalaa Roomitti mari’ataniiru.…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa waggaa 18 fi 20 gadii eegalame Sifen Megersa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Itiyoophiyaa 4ffaan waggaa 18 gadii fi 13ffaan waggaa 20 gadii Magaalaa Dirre Dhawaatti eegalameera. Atileetoonni naannolee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Xaaliyaanii Room galan Sifen Megersa May 26, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2017(FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii Xaaliyaanii magaalaa Roomaa galaniiru. Turtii isaaniin Ministira Muummee Xaaliyaanii…
Biiznasii Qaala’iinsa bu’aalee Beelladaarratti mul’atu tasgabbeessuuf dhiyeessii nyaata horii… Sifen Megersa May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017(FMC) - Daballii gatii bu’aalee beelladaa irratti mul’atu tasgabbeessuf nyaata beelladaa bal'inaan dhiyeessuun barbaachisaa ta'uu Biiroon Daldalaa Oromiyaa…
Ispoortii Cheelsii, Maanchiister Siitii fi Niwuukaasiil hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii argachuu… Sifen Megersa May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz bara 2024/25 har'a xumura argateera. Hanga torbee 38ffaatti hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awuroophaa argachuuf…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa miidiyaan hawaasaa dhaloota irraan ga’u ittisuuf qindoominaan hojjechuutu barbaachisa… Sifen Megersa May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Dhiibbaa miidiyaan hawaasaaa dhaloota irraan ga’u ittisuuf sirnaan itti fayyadamuu, qaamoleen qooda fudhattoonnis qindoominaan hojjechuu akka qaban…
Oduu biyya keessaa Raawwachiiftoonnii fi Daldaltoonni hanqinoota jiran tumsaan akka sirreessan bakka buutoota Hawaasa… Sifen Megersa May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Raawwachiiftoonnii fi Daldaltoonni hanqinoota jiran tumsaan akka sirreessan bakka buutoota Hawaasa Daldalaa waliin mari'atamuu Kaantibaan Maagaalaa…
Fayyaa Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul’achuu Ministeerri Fayyaa fi… Sifen Megersa May 25, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2017 (FMC) - Vaayirasiin Maariyyee Jaldeessaa Itiyoophiyaatti mul'achuu Ministeerri Fayyaa fi Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksisan. Dhibeen kun…